- 
	                        
            
            Faarfannaa 33:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Sabni Waaqni isaa Yihowaa taʼe,
Sabni inni qabeenya dhuunfaa isaa godhee filates gammadaa dha.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faarfannaa 144:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Sabni wanti kun isaaf raawwatamu gammadaa dha!
Sabni Waaqni isaa Yihowaa taʼe gammadaa dha!+
 
 -