Keessa Deebii 32:49 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 49 “Gara Gaara Neboo+ isa gaara Abaariim+ taʼe, isa biyya Moʼaab keessatti fuullee Yerikootti argamu kanatti ol baʼiitii, biyya Kanaʼaan isan dhaalaan Israaʼelotaaf kennu ilaali.+
49 “Gara Gaara Neboo+ isa gaara Abaariim+ taʼe, isa biyya Moʼaab keessatti fuullee Yerikootti argamu kanatti ol baʼiitii, biyya Kanaʼaan isan dhaalaan Israaʼelotaaf kennu ilaali.+