Keessa Deebii 3:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Gara fiixee Phisgaatti ol baʼiitii,+ gara dhihaa, gara kaabaa, gara kibbaa fi gara bahaa ilaali; ati Yordaanosiin waan hin ceeneef, biyyattii ijuma keetiin ilaali.+
27 Gara fiixee Phisgaatti ol baʼiitii,+ gara dhihaa, gara kaabaa, gara kibbaa fi gara bahaa ilaali; ati Yordaanosiin waan hin ceeneef, biyyattii ijuma keetiin ilaali.+