Uumama 19:22, 23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Dafii achitti baqadhu; sababiin isaas, hamma ati achi geessutti ani homaa gochuu hin dandaʼu!”+ Inni maqaa magaalattii Zoʼaar*+ jedhee kan moggaase kanaafi. 23 Loox yeroo Zoʼaar gaʼutti aduun biyyattii irratti baatee turte.
22 Dafii achitti baqadhu; sababiin isaas, hamma ati achi geessutti ani homaa gochuu hin dandaʼu!”+ Inni maqaa magaalattii Zoʼaar*+ jedhee kan moggaase kanaafi. 23 Loox yeroo Zoʼaar gaʼutti aduun biyyattii irratti baatee turte.