Keessa Deebii 31:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Kunoo, yeroon itti duutu dhihaateera.+ Geggeessaa godhee akkan isa muuduuf, Iyyaasuu waami; isinis gara dunkaana walgaʼiitti kottaa”* jedhe.+ Kanaafuu, Musee fi Iyyaasuun baʼanii gara dunkaana walgaʼii dhaqan. 1 Ximotewos 4:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kennaa si keessa jiru isa yeroo qaamni jaarsolii harka isaa si irra kaaʼetti raajiidhaan siif kenname sana hin dagatin.+
14 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Kunoo, yeroon itti duutu dhihaateera.+ Geggeessaa godhee akkan isa muuduuf, Iyyaasuu waami; isinis gara dunkaana walgaʼiitti kottaa”* jedhe.+ Kanaafuu, Musee fi Iyyaasuun baʼanii gara dunkaana walgaʼii dhaqan.
14 Kennaa si keessa jiru isa yeroo qaamni jaarsolii harka isaa si irra kaaʼetti raajiidhaan siif kenname sana hin dagatin.+