-
Faarfannaa 119:98Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
98 Ajajni kee bara baraaf naa wajjin waan jiruuf,
Diinota koo caalaa ogeessa na godha.+
-
-
Faarfannaa 119:100Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
100 Ajajawwan kee waanan eeguuf,
Maanguddoota caalaa hubannaadhaan nan deddeebiʼa.
-