Isaayyaas 40:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Waaqayyoon eenyuu wajjin wal bira qabuu dandeessu?+ Maalitti isa fakkeessuu dandeessu?+ Yohaannis 1:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin jiru;+ ilma tokkicha isa waaqa taʼee+ fi Abbaa cinaa* jiru+ sanatu waaʼee isaa nuu ibse.+ Yohaannis 4:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Waaqayyo hafuura;+ warri isa waaqeffatanis hafuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu.”+
18 Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin jiru;+ ilma tokkicha isa waaqa taʼee+ fi Abbaa cinaa* jiru+ sanatu waaʼee isaa nuu ibse.+