-
Baʼuu 18:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Abbiyyuun Musees akkana isaan jedhe: “Wanti ati gochaa jirtu kun gaarii miti. 18 Atis taate sabni sii wajjin jiru kun akka dadhabdan beekamaa dha; sababiin isaas kun siif baʼaa ulfaataa dha; kophaa kee baachuus hin dandeessu.
-