-
1 Saamuʼel 5:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Guyyaa itti aanuttis ganama barii yommuu kaʼan, siidaan Daagon Taabota Yihowaa duratti fuula isaatiin lafatti gombifamee ture. Daagon mataan isaa fi harki isaa lamaan irraa citee gubanii balbalaa irratti kufee ture. Achitti kan hafe kutaa isa qurxummii fakkaatu* qofa ture.
-