19 Museen yeroo ajajawwan Seerichaa hunda guutummaa sabichaatti dubbatetti, dhiiga jibootaa fi reʼootaa, bishaan, suufii diimaa fi hiisoophii wajjin fuudhee kitaabichaa fi guutummaa sabichaa irratti facaase; 20 yeroo facaasus, “Kun dhiiga kakuu isa Waaqayyo akka eegdan isin ajaje sanaa ti”+ jedhe.