- 
	                        
            
            Baʼuu 23:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 “Guyyaa jaʼaaf hojii kee hojjedhu; guyyaa torbaffaatti garuu qotiyyoon kee fi harreen kee akka boqotaniif, akkasumas ilmi garbittii tee fi namni biyya ormaa akka aara galfataniif hojii kee irraa boqodhu.+
 
 -