- 
	                        
            
            Keessa Deebii 4:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
33 Sabni akka ati dhageessetti sagaleen Waaqayyoo ibidda keessaa yommuu dubbatu dhagaʼee lubbuudhaan oole kan biraan jiraa?+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Keessa Deebii 4:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
36 Inni si sirreessuuf samii keessaa sagalee isaa akka dhageessu godhe; lafa irrattis ibidda isaa isa guddaa akka argitu godhe; atis ibidda sana keessaa dubbii isaa dhageesseetta.+
 
 -