-
Keessa Deebii 6:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yaa Israaʼel, akkuma Waaqni abbootii keetii Yihowaan waadaa siif galetti, ati biyya aannanii fi damma maddisiistu keessatti badhaadhaa fi baayʼee hedduu akka taatuuf dhaggeeffadhu, of eeggannoodhaanis hojii irra isaan oolchi.
-