Luqaas 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yesuusis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* waaqeffadhu; isa qofaaf tajaajila qulqulluu dhiheessi’+ kan jedhu barreeffameera” isaan jedhe.
8 Yesuusis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* waaqeffadhu; isa qofaaf tajaajila qulqulluu dhiheessi’+ kan jedhu barreeffameera” isaan jedhe.