-
Ermiyaas 12:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “Isaan akkuma saba koo maqaa Baʼaaliin kakachuu barsiisanii turanitti, daandii saba kootii yoo baratanii fi ‘Yihowaa isa jiraataa taʼeen nan kakadha!’ jedhanii maqaa kootiin yoo kakatan, saba koo gidduutti ni dhaabamu.
-