-
Keessa Deebii 6:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Waaqolii kan biroo, waaqolii saboota isinitti marsanii jiranii kam iyyuu duukaa hin buʼinaa;+ 15 sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan inni si gidduutti argamu Waaqa namoonni guutummaatti akka isaaf bulan barbaadu dha.+ Taʼuu baannaan, aariin Waaqa kee Yihowaa si irratti ni bobaʼa;+ innis lafa irraa haxaaʼee si balleessa.+
-