Leewwota 26:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “‘Ani isin nan eebbisa;* akka hortanii fi akka baayʼattanis nan godha;+ kakuun isinii wajjin gales nan eega.+
9 “‘Ani isin nan eebbisa;* akka hortanii fi akka baayʼattanis nan godha;+ kakuun isinii wajjin gales nan eega.+