14 Israaʼelonni boojuu hundumaa fi horiiwwan magaalota kana keessaa argaman saamanii ni fudhatan.+ Haa taʼu malee, hunduma isaanii haxaaʼanii hamma balleessanitti, nama hundumaa goraadeedhaan ni rukutan.+ Nama hafuura baafatu tokko illee hin hambisne.+