Baʼuu 32:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Jabbii isaan tolchan sanas fuudhee ibiddaan gube; caccabsees daakuu godhe;+ achiis bishaanicha irratti bittinneessee Israaʼelonni akka isa dhugan ni godhe.+
20 Jabbii isaan tolchan sanas fuudhee ibiddaan gube; caccabsees daakuu godhe;+ achiis bishaanicha irratti bittinneessee Israaʼelonni akka isa dhugan ni godhe.+