31 Achiis Museen gara Yihowaatti deebiʼee akkana jedhe: “Cubbuun sabni kun raawwate baayʼee guddaa dha! Isaan warqii irraa waaqa tolfataniiru!+ 32 Taʼus amma fedhii kee yoo taʼe, cubbuu isaanii isaaniif dhiisi;+ taʼuu baannaan garuu, maaloo kitaaba kee isa barreessite irraa na haqi.”+