LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 13:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akkuma Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe isaaniif kennetti, Ruubenonnii fi Gaadonni gosa walakkaa isa hafee wajjin dhaala isaanii isa Museen Yordaanos irraa kallattii bahaatiin isaaniif kenne fudhataniiru:+

  • Iyyaasuu 13:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 guutummaa bulchiinsa mootii Oog isa Baashaan keessatti argamuu fi Ashtaarotii fi Edraay keessatti bulchaa ture sanaa. (Inni namoota Refaayim+ warra dhumaa keessaa isa tokko ture.) Museen moʼee isaan ariʼee ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi