- 
	                        
            
            Baʼuu 34:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Kanaafuu, Museen akkuma Yihowaan isa ajajetti gabateewwan dhagaa warra jalqabaa fakkaatan lama bocee ganama bariidhaan kaʼee Gaara Siinaatti ol baʼe; gabateewwan dhagaa lamaan sanas harka isaatti qabatee ture.
 
 -