-
Keessa Deebii 4:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Inni si sirreessuuf samii keessaa sagalee isaa akka dhageessu godhe; lafa irrattis ibidda isaa isa guddaa akka argitu godhe; atis ibidda sana keessaa dubbii isaa dhageesseetta.+
-
-
Keessa Deebii 5:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yihowaan gaaricha irratti ibidda keessaa fuulaa fuulatti isinitti dubbate.+
-