Keessa Deebii 30:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ati Waaqa kee Yihowaa garaa kee guutuu fi lubbuu* kee guutuudhaan akka jaallattuuf, akkasumas lubbuudhaan akka jiraattuuf,+ Waaqni kee Yihowaan garaa kee fi garaa sanyii keetii ni qulqulleessa.*+
6 Ati Waaqa kee Yihowaa garaa kee guutuu fi lubbuu* kee guutuudhaan akka jaallattuuf, akkasumas lubbuudhaan akka jiraattuuf,+ Waaqni kee Yihowaan garaa kee fi garaa sanyii keetii ni qulqulleessa.*+