Baʼuu 23:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Wantan siin jedhe hundumaa of eeggannoodhaan raawwadhu;+ maqaa waaqolii kan biroo hin dhaʼin; waaʼeen isaanii afaan kee keessaa hin baʼin.+ Iyyaasuu 23:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 akkasumas matumaa saboota warra isin biratti hafan kanatti makamuu dhiisuudhaani.+ Isin maqaa waaqolii isaanii illee hin dhaʼinaa,+ isaaniin hin kakatinaa, matumaa isaan hin tajaajilinaa yookiin isaaniif hin sagadinaa.+
13 “Wantan siin jedhe hundumaa of eeggannoodhaan raawwadhu;+ maqaa waaqolii kan biroo hin dhaʼin; waaʼeen isaanii afaan kee keessaa hin baʼin.+
7 akkasumas matumaa saboota warra isin biratti hafan kanatti makamuu dhiisuudhaani.+ Isin maqaa waaqolii isaanii illee hin dhaʼinaa,+ isaaniin hin kakatinaa, matumaa isaan hin tajaajilinaa yookiin isaaniif hin sagadinaa.+