Leewwota 17:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “‘Israaʼelota yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni tokko bineensa bosonaa yookiin simbirroo nyaatamu tokko adamsee yoo qabe, dhiiga isaa dhangalaasee+ biyyoo itti uwwisuu qaba. Keessa Deebii 15:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Haa taʼu malee, matumaa dhiiga isaa hin nyaatin;+ kanaa mannaa, akkuma bishaanii lafatti dhangalaasi.+
13 “‘Israaʼelota yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni tokko bineensa bosonaa yookiin simbirroo nyaatamu tokko adamsee yoo qabe, dhiiga isaa dhangalaasee+ biyyoo itti uwwisuu qaba.
23 Haa taʼu malee, matumaa dhiiga isaa hin nyaatin;+ kanaa mannaa, akkuma bishaanii lafatti dhangalaasi.+