LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 15:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Guyyaa sanatti Yihowaan akkana jedhee Abraamii wajjin kakuu gale:+ “Ani laga Gibxiitii jalqabee hamma laga isa guddaatti, jechuunis hamma laga Efraaxisitti,+ biyya kana sanyii keetiif nan kenna;+

  • Baʼuu 34:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Saboota si duraa nan ariʼa;+ daangaa kees nan balʼisa; ati waggaatti siʼa sadii fuula Waaqa kee Yihowaa ilaaluuf yommuu ol baatutti eenyu iyyuu biyya kee hin hawwu.

  • Keessa Deebii 11:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Iddoon miila keessaniin ejjettan hundi kan keessan ni taʼa.+ Lafa onaa sana irraa hamma Libaanonitti, Lagicha irraa, jechuunis laga Efraaxis irraa hamma galaana isa kallattii dhihaatiin argamuutti* daangaa keessan ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi