-
Leewwota 11:2-4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Akkana jedhaa Israaʼelotatti himaa: ‘Uumamawwan jiraatoon* lafa irraa isin nyaattan kanneen kana dha:+ 3 Horiin kotteen isaa baqaqee lamatti hiramee fi alala guuru kam iyyuu nyaatamuu dandaʼa.
4 “‘Haa taʼu malee, horiiwwan alala guuran yookiin kotteen isaanii baqaqe kana hin nyaatinaa: gaalli alala kan guuru taʼus kotteen isaa baqaqaa miti. Inni isiniif xuraaʼaa dha.+
-