Leewwota 19:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 “‘Nama duʼeef* jettanii qaama keessan hin kukkutinaa;+ akkasumas qaama keessan hin tumatinaa. Ani Yihowaa dha.
28 “‘Nama duʼeef* jettanii qaama keessan hin kukkutinaa;+ akkasumas qaama keessan hin tumatinaa. Ani Yihowaa dha.