Leewwota 11:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Akkana jedhaa Israaʼelotatti himaa: ‘Uumamawwan jiraatoon* lafa irraa isin nyaattan kanneen kana dha:+ 3 Horiin kotteen isaa baqaqee lamatti hiramee fi alala guuru kam iyyuu nyaatamuu dandaʼa.
2 “Akkana jedhaa Israaʼelotatti himaa: ‘Uumamawwan jiraatoon* lafa irraa isin nyaattan kanneen kana dha:+ 3 Horiin kotteen isaa baqaqee lamatti hiramee fi alala guuru kam iyyuu nyaatamuu dandaʼa.