Lakkoofsa 14:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Amaaleqonnii fi Kanaʼaanonni+ sululicha* keessa waan jiraataniif, boru duubatti deebiʼaatii karaa Galaana Diimaatiin gara lafa onaa sanaa dhaqaa.”+
25 Amaaleqonnii fi Kanaʼaanonni+ sululicha* keessa waan jiraataniif, boru duubatti deebiʼaatii karaa Galaana Diimaatiin gara lafa onaa sanaa dhaqaa.”+