Keessa Deebii 28:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaan waqtii isaatti biyya keetiif bokkaa kennuu fi wanta gootu hundumaa eebbisuuf, gootaraa isaa isa gaarii, jechuunis samii siif ni bana.+ Ati saboota hedduudhaaf ni liqeessita malee, hin liqeeffattu.+
12 Yihowaan waqtii isaatti biyya keetiif bokkaa kennuu fi wanta gootu hundumaa eebbisuuf, gootaraa isaa isa gaarii, jechuunis samii siif ni bana.+ Ati saboota hedduudhaaf ni liqeessita malee, hin liqeeffattu.+