LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 16:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kennaan tokkoon tokkoon namaa fidu eebba Waaqni kee Yihowaan siif kennee wajjin kan wal gitu haa taʼu.+

  • 1 Qorontos 16:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Buusiin kun kan walitti qabamu yeroo ani isin bira dhufutti akka hin taaneef, tokkoon tokkoon keessan guyyaa jalqabaa torbaniitti akkuma humna keessaniitti hamma tokko adda baasaatii kaaʼaa.

  • 2 Qorontos 8:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, jalqaba fedhiin yoo jiraate, kennaan nama tokkoo keessumaa fudhatama kan argatu, hamma qabuun yoo kenne malee,+ hamma hin qabneen yoo kenne miti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi