Filiphisiyus 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yeroo hunda Gooftaatti gammadaa. Ammas irra deebiʼeen dubbadha, gammadaa!+ 1 Tasalonqee 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yeroo hunda gammadaa.+