14 “Waggaatti siʼa sadii ayyaana naaf kabaji.+ 15 Ayyaana Maxinoo ni kabajja.+ Biyya Gibxii keessaa kan baate yeroo sanatti waan taʼeef, akkuman si ajajetti ati jiʼa Abiib+ keessa yeroo murtaaʼetti guyyaa torbaaf maxinoo nyaatta. Eenyu iyyuu harka duwwaa ana duratti hin dhihaatin.+