Baʼuu 34:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaa mannaa, iddoowwan aarsaa isaanii diigi; siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsi; utubaawwan waaqeffannaa* isaaniis mummuri.+
13 Kanaa mannaa, iddoowwan aarsaa isaanii diigi; siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsi; utubaawwan waaqeffannaa* isaaniis mummuri.+