-
Yohaannis 7:51Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
51 “Seerri keenya jalqaba nama sana irraa utuu hin dhagaʼinii fi wanta inni gochaa jiru utuu hin beekin nama tokkotti ni murteessaa?”+
-