- 
	                        
            
            Keessa Deebii 13:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
6 “Obboleessi kee inni haadha tee irraa dhalate yookiin ilmi kee yookiin intalli tee yookiin haati manaa tee ishiin jallatamtuun yookiin michuun kee inni sitti dhihaatu,* ‘Dhaqnee waaqolii kan biroo haa tajaajillu’ jedhee dhoksaatti si sossobuuf yoo yaale,+ waaqoliin kun immoo atis taate abbootiin kee kan hin beekne yoo taʼan,
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Keessa Deebii 13:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Inni Waaqa kee Yihowaa isa biyya Gibxii keessaa, mana garbummaa jalaa si baase irraa si jalʼisuu waan barbaadeef ati dhagaadhaan tumii isa ajjeesi.+
 
 -