2 Seenaa Baraa 34:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kana malees Shaafaan inni barreessaa taʼe, “Kitaabni Hilqiyaan lubichi natti kenne tokko jira” jedhee mootichatti hime.+ Achiis Shaafaan mooticha duratti kitaabicha irraa dubbisuu jalqabe.+
18 Kana malees Shaafaan inni barreessaa taʼe, “Kitaabni Hilqiyaan lubichi natti kenne tokko jira” jedhee mootichatti hime.+ Achiis Shaafaan mooticha duratti kitaabicha irraa dubbisuu jalqabe.+