LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 18:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Haa taʼu malee, isin dambiiwwanii fi heerawwan koo eegaa;+ lammiin biyyattiis taʼe namni biyya ormaa isin gidduu jiraatu wantoota jibbisiisoo taʼan kana keessaa isa kam iyyuu raawwachuu hin qabu.+

  • Keessa Deebii 12:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 isaan si duraa haxaaʼamanii erga balleeffamanii booda kiyyoo keessa akka hin galle of eeggadhu. ‘Saboonni kun waaqolii isaanii tajaajiluu barsiifata kan godhatan akkamitti? Anis akkanuma nan godha’ jettee waaʼee waaqolii isaanii hin gaafatin.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi