Uumama 19:36, 37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Akka kanaan, ijoolleen durbaa Loox lamaan abbaa isaanii irraa ni ulfaaʼan. 37 Ishiin angafaa ilma ni deesse; maqaa isaas Moʼaab+ jettee moggaaste. Inni abbaa Moʼaabota yeroo ammaatti argamanii ti.+
36 Akka kanaan, ijoolleen durbaa Loox lamaan abbaa isaanii irraa ni ulfaaʼan. 37 Ishiin angafaa ilma ni deesse; maqaa isaas Moʼaab+ jettee moggaaste. Inni abbaa Moʼaabota yeroo ammaatti argamanii ti.+