-
Abbootii Murtii 7:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Amma, maaloo, bakka sabichi jirutti, ‘Namni sodaatee fi hollate kam iyyuu, gara manaatti haa deebiʼu’+ jedhii labsi.” Kanaafuu, Giidewon isaan ni qore. Akka kanaan, namoonni 22,000 gara manaatti ni deebiʼan, namoonni 10,000 immoo ni hafan.
-