8 “Qabeenya hedduu, horiiwwan hedduu, meetii fi warqii, sibiila diimaa fi sibiila, akkasumas uffata baayʼee hedduu taʼe fudhadhaatii gara dunkaanota keessaniitti deebiʼaa.+ Wanta diinota keessan irraa boojitan fudhadhaatii obboloota keessanii wajjin hiradhaa”+ isaaniin jedhe.