-
Isaayyaas 26:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Sababiin isaas, balleessaa isaaniitiif jiraattota lafaa adabuuf
Kunoo, Yihowaan iddoo isaatii dhufaa jira,
Lafattiinis dhiiga ishii irratti dhangalaʼe ni saaxilti,
Warra ishii irratti ajjeefamanis kana booda hin dhoksitu.”
-
-
Ermiyaas 26:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Dubbii kana hundumaa utuma isin dhageessanii akkan dubbadhu kan isinitti na erge dhugumaan Yihowaa waan taʼeef, yoo na ajjeestan dhiiga qulqulluu dhangalaasuudhaan of irratti, magaalaa kana irrattii fi jiraattota ishii irratti yakka fiduu keessan akka taʼe dhugumaan beekaa.”
-