Uumama 14:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 akkasumas Hooritota+ gaara isaanii Seʼiir+ irraa jalqabee hamma El Phaaraan isa lafa onaa biratti argamu keessatti ni injifatan. Uumama 36:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kanneen kun ilmaan Seʼiir Hoorichaa, warra jiraattota biyya sanaa turani dha:+ Looxaan, Shobaal, Zibeʼoon, Anaa,+
6 akkasumas Hooritota+ gaara isaanii Seʼiir+ irraa jalqabee hamma El Phaaraan isa lafa onaa biratti argamu keessatti ni injifatan.
20 Kanneen kun ilmaan Seʼiir Hoorichaa, warra jiraattota biyya sanaa turani dha:+ Looxaan, Shobaal, Zibeʼoon, Anaa,+