Roomaa 13:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Gadhiisiidhaan,* machiidhaan, saalqunnamtii naamusaan ala taʼeen, addaggummaadhaan,*+ lolaan, akkasumas hinaaffaadhaan utuu hin taʼin,+ akka ifa guyyaatiin deddeebinutti naamusaan haa deddeebinu.+ 1 Qorontos 6:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 hattoonni, sassattoonni,+ warri machaaʼan,+ warri nama arrabsanii fi saamtonni Mootummaa Waaqayyoo hin dhaalan.+ Efesoon 5:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Akkasumas, jireenya gadhiisiidhaaf* waan isin saaxiluuf, daadhii wayiniitiin hin machaaʼinaa;+ kanaa mannaa, hafuuraan guutamuu keessan itti fufaa.
13 Gadhiisiidhaan,* machiidhaan, saalqunnamtii naamusaan ala taʼeen, addaggummaadhaan,*+ lolaan, akkasumas hinaaffaadhaan utuu hin taʼin,+ akka ifa guyyaatiin deddeebinutti naamusaan haa deddeebinu.+
10 hattoonni, sassattoonni,+ warri machaaʼan,+ warri nama arrabsanii fi saamtonni Mootummaa Waaqayyoo hin dhaalan.+
18 Akkasumas, jireenya gadhiisiidhaaf* waan isin saaxiluuf, daadhii wayiniitiin hin machaaʼinaa;+ kanaa mannaa, hafuuraan guutamuu keessan itti fufaa.