10 Inni Waaqa kee Yihowaa isa biyya Gibxii keessaa, mana garbummaa jalaa si baase irraa si jalʼisuu waan barbaadeef ati dhagaadhaan tumii isa ajjeesi.+ 11 Achiis guutummaan Israaʼel kana dhagaʼee ni sodaata; isaanis sana booda wanta hamaa akkanaa matumaa isin gidduutti hin raawwatan.+