-
Iyyaasuu 10:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Achiis Iyyaasuun rukutee erga isaan ajjeesee booda muka shan irratti isaan fannise; isaanis hamma galgalaatti muka irratti akkuma fannifamanitti turan.
-
-
Hojii Ergamootaa 10:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Nuti wantoota inni biyya Yihudootaa fi Yerusaalem keessatti raawwate hundumaatiif dhugaa baatota dha; isaan garuu muka irratti fannisanii isa ajjeesan.
-