LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 8:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Achiis Iyyaasuun mootii Aayiin hamma galgalaatti muka irratti ni fannise; yeroo aduun lixuuf jettuttis reeffa isaa muka irraa akka buusan ni ajaje.+ Isaanis reeffa isaa karra magaalattii biratti gatanii tuullaa dhagaa guddaa isa irra ni tuulan; tuullaan sunis hamma harʼaatti achuma jira.

  • Yohaannis 19:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Guyyaan sun Guyyaa Qophii+ waan taʼeef, reeffi isaanii guyyaa Sanbataatti muka irra akka hin turreef+ (sababiin isaas, Sanbanni sun Sanbata guddaa ture),+ miilli isaanii cabsamee reeffi isaanii akka buufamu Yihudoonni Philaaxosiin gaafatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi