Galaatiyaa 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Namni muka irratti fannifamu hundi abaaramaa dha”+ jedhamee waan barreeffameef, Kiristoos bakka keenya buʼee abaaramaa taʼuudhaan nu bitee+ abaarsa Seerichaa jalaa nu baaseera.+
13 “Namni muka irratti fannifamu hundi abaaramaa dha”+ jedhamee waan barreeffameef, Kiristoos bakka keenya buʼee abaaramaa taʼuudhaan nu bitee+ abaarsa Seerichaa jalaa nu baaseera.+